Header Header  
| | English
Mana Mana Lammii Lammii Mootummaa Mootummaa Hojiilee Daldalaa Hojiilee Daldalaa Lammii Biyya Alaa Lammii Biyya Alaa Dhabata Miti Mootummaa Dhabata Miti Mootummaa Decrease font Increase font

 Heera mootummaan ittiin bulu

Akka camissa bara 1991 ttii,Ittisin rayya dargii seerrii malamaltumma isa kufera.erga waggaa kudh torba bodda waraana lammii jidduuttii taasifame,’uummatiin Itoophiya bara hara argera;Itoolphiyan yeroo jalqaba kara seena isheetinis uummata tokkumma qabuu iddoo tokko waligal biyya jiratudha
Gareen dimokiratawa Itoophiyya akka confiransiin Finifinne irrat godhameetti camissa bara 1991 kessa bulittii shaniff ademsifameera.Hirmatoonis kan waliin maryatan fi dhugoomisuu jijirama charterii kan kufee waliigalan ,gara ademissa guddinat akka ta’uu irrat mari’ataniruu.

Adeemissii Dimokiratawa salpha miti enyuumittu kan adaa hinqabinne ykn dubathafan dimokiratwa biyya kessa jirachuu hinqabuu.Yeroo jijirama qunamitti lamaan jiduu fi tartiba barbachisa ta’e ,innis kan mirgaa namoota egisisuu  fi sabafsablammii kan dhimma isanii egisiuu jirachuu qaba.

·      Heerrii mootuumman itti buluu barefamuu fi sirrachuu qaba

·      Hangoon mootuumma nannooledhaf kennamu qaba/

Kara seeratiin ,sirra’uun federala mirigga mata isa qabachuu ,mootuuman federala dhimma isani murtessuuf akka danda’an dha..

Iddo kanattii dubisuu nidandeessa heera mootuumman ittiin bulu kan Ripabilikii Dimokiratwa Federala Itoophiya.

Heera mootummaan ittiin bulu

Mirga barbachissa fi bilisummaa

 Mana Federala

(Madii kana:websitii ministeera dhimma biyya ala)

©Mirga Warabbi Mootumaa Ityoopiyaa 2003
Mirga sericha  |  Itifayaduuma seraa  |  Ditigafatummaa murtesuu | 
Qaqbumisaa  |  Charteerii Maammila