Header Header  
| | English
Mana Mana Lammii Lammii Mootummaa Mootummaa Hojiilee Daldalaa Hojiilee Daldalaa Lammii Biyya Alaa Lammii Biyya Alaa Dhabata Miti Mootummaa Dhabata Miti Mootummaa Decrease font Increase font

 Dinagiddee

Dinagiddeen Itoophiya bayyinan qonna fi tajaajila sekteera hireegatin gara persentii 45 ifa “Gross domestic product”(GDP),kara industrii tiin persentii kudhan duwadha,kara warshatiin hireeginnii isa 6-7 duwadha.kan biyya alat ergamuu bayyina ciimadha,Buna qofa duwadhan persentii 60 kan ta’uu dha galiin ishee waligalan.Dabalatan ,Itoophiya garu gaba adunya kessa  galuu hindandenye kara warsha tiin kan ergamuu bayye xiqadha, kara Industriitin kan ergamuu hiritan jiduugalessa Afirikatdha.Jiijiramin murata’an kara caasa dinagideettiin ,kessuma kara warasha omishuutiin kan hojjetamuu kara investimentii tiinidha fi guddin suuta kara sekteera dhunfa,innis bayye xiqaa seena dhibba qabuun xiqina wararshalee raan kan ka’ee,xiqadha omishuuf warshalee. Dhumarrat amami’uu wagga kudhan booda nijijiram kara mootuuma Itoophiya yeroo ammatin,tataffin dinagiddee kara dhunffa Itoophiya omisha sekteera bayyee achumatii ambiseera ,kardhuu sadarikka Afirikatiin ilee yoolalee.

 

©Mirga Warabbi Mootumaa Ityoopiyaa 2003
Mirga sericha  |  Itifayaduuma seraa  |  Ditigafatummaa murtesuu | 
Qaqbumisaa  |  Charteerii Maammila