Ibsa gababa Itoophiya
Itoophiyan biyya guddo sagillaffarat kan argamittuu yotatuu, ishenis nannoo kaaba baaha Afirikatti argamittii.Akka biyya daangaa buufata doonii hinqabine,Itoophiyan kan marfamitte jirtuu kara bahatiin Djibutii fi Somalia yoota’uu kara kaabatiin fi kara kaaba bahaa moo Ertiraa,kara kibba Keniya fi kara lixaa immoo Sudanidha. Bal’iin lafa milissii 440,284 ykkn (milii’oona sku’rii 1.1) kilomeetiradha. Bishan gurguddoo ijo kudhan (bal’inni isaa sku’erii kilo.met.7000) fi haroo (7400 sk.km.dha bal’iin ishee).
Haala Qaamaa
Itoophiyan biyya ardii bifa gara gara qabidduudha.kan argamituu tropiksi,haala qaamaa fi olka’nsa bifa gara gara lafa ,qilensa,flora fi funaa kan qabduudha.Itoophiyan tabbaa gurgudoota,tabbaa qaraqabuu kan akka”Ambas”golba lagaawwan ,murama lafa bishani(valleys)fi tabboota marama kan qabdudha.olka’iinsi lafa bayyee olfagata irra kasee Ras Dashiini(metira 4620 garba ol)gad fagenya bol’aa(kan jedhamu Dankili) lafa dhooqaa,tilimamaan metira 148 dha bishanii gadiit.
Haali qaamaa ijoo Itoophiya iddoo muduraa kun saraa gudda hallayyaa qilillee kan akka pliinii Affar fi akasumas lixa dangaa lafa qabatee,Massifi gudda dha,Lushi tabba irra kasee fi tabbootarra hagga iddoo bal\aafi badhee ta’e,bayyinnii Itoophiya kan qabduu bishan xixiqqaa kasee hanga bishan gurgudda ka akka ABA’II (The blue nile),Tekese, Awashii,Omo,wabii shabalee fi Barko-Akobo kan caacabina lafa ho’aa dhaga Afirika baha dabalatee,Itoophiyan Rifitti valii kan ka’uu baha dhuma kasee Meitiria’nii bukke hangga Mozambiquu gara kaaba baha Afirikat.
Rifiti Valii guddan kan addan ba’uu malii isa lafa olka’a lixaa fi kiba baha lafa olka’tidha.Bukkee lachuunuu lafa olk’awwan maliii Rifit Valii gartokkedhan dalola kan gadi sene nannoo baha,lixa fi kessuma kara kibba tinidha.
Qillensaa
Qillensii barama Itoophiya kun garagaradha akkata ‘uummamma ardii nannoo garagaratin.Plate’uu wadhaka qillensa barama jidugaleessa yoota’uu akkasuuma qillensa yeromurasa ho’iina fi qorrina niqaba.Jidduu galeessa qorii ishee yeroo ganna gara digirii 6(Faranite 43 dha),kanafuu inni guddani jiddugaleessa darbee darbee digirri 26(faraniti 79)nicaala. Ho’iinii qillensa garagaruman lafa gadbu’aan bayyee guddadha, fi ho’iin lafa bosona fi garba guracha nannole costali bayyee ho’aa, yeroo tokko tokko gara digirii 60(Faraniti 140)dha.Bkan ciman kan mul’atu bayyinan nanolee biyya kessat nanolee waxabajii,hagaya gurran dhala fi ankololessadha.