Raga sirrii ta’e
- Maqa bekkama:Dimokratwa federaala Ripupliki Itoophiya
- Magala guddoo: Finfinnee
- Iddoo itti argamittuu:Itoophiyan kan argamittuu nanna bahaa Afirika yotatuu,kan jedhamittus ‘Horn of Africa ‘ dhan wamamiittii. Kan dangeffamittus Djibuuti fi Somali’a gara baaha,Eritiraa irra kasee gara baaha,Sudan irra gara lixa, fi keniya irra kasee gara kiba.
- Walqabumissa Ardii :Itoophiyan kan dherattuu 3o - 15o kaaba iku’atoorii , fi 33o – 48o Utuba baaha Greenwichidha.
- Bal’iina lafa:
· Milioona 1.14 Sq.km.
· Lafa qonnaaf ta’u: 45%
· Lafa Bishaan bonee dhuksiisuu ta’uu:Hekitara Mili’oona 10
· Lafa Bishan bonee: gara 3%
·Waligala ‘uummata:gara mili’oona 80 (2008 projection)
o Bayyina dhalaFemale : mili’oona 39.9
o Bayyina dhiraa: mili’oona 40.1
·Uummata badiyya : mili’oona 66.8
·Uummata magala : mili’oona 13.2
·Safiisa guddina uummata:wagga waggadhan 2.73%
·Walitti hiqumiissa uummata:66.5:1 sq.km
·Bayyiinni jirratoota dhiraf dhala kan eegammuu
o Dhirrii: 53.42 years
o Dhalan:55.42 years
·Caasa umurii (persentidhan)
o 0-14: 42.8%
o 15-19: 10.5%
o 20-49: 37.4%
o 50-59: 4.9%
o 60 fi kana ol: 4.4%
·Uummatin uumurii sadarka hojii irra jiran (persentidhan %)
o magala: 54.7%
o Badiyya: 50.6%
· Afaaneen:afaaneen ijoo kana sanyi iddoo afuritti kan wajjiin ittfayadamuu gara 80 ta’uu .
§ Afaan waligala: Afaan Amhaara
· Inglifid akkasuma bayyinan niddubbata daldalumma guddisuuf,kessumma kara bankii fi Insuransii walqunamittidhaf.Innis akkasumas jidduugalessa kan barnootiin sadarka lammaff fi sadarka universitidhan kan ittfayyadamudha.
· Kara amantattin kan irra caala bayyatuu :amantta kiristana fi amanta musilama
· Bifitti mootuuma: Federaal ,waligala mootuuma federaala,mootuuma nannoole sagaal(9) fi bulichinsa mata isan warri qaban lamadha (chartered cities)
o Seera biyyaleessa: Bicameral parlaama; bakka bu’aa mana mare ‘uummatathe fi mana maree federation
o Filanno: wagga shan shaniin .