Ardii
Innis bal’iinni lafa gara miliio’na squri.kilo.metira yota’uu,Itoophiya immoo biyya guddoo 7ffarrat biyya Afirika kessa isaa tokkodha. Eshenis kan argamittuu baha Afirika nannolee jala jjiran caluman kan beekaman gaffa Afirika,teessoo lafa biyya guddoo lafa olka’a gara gara kan qabiduudha.gareenis metira 100 gadii garba gadii holqa gadii sene kan akka Affar,tabbawwan bayyee gurguddoo Ras Dshiin kara kabaa fi Batuu kan jedhamuu immoo kan Biyya Balee ittii argamuu tabbawwan gurguddoodha
Rifitti Valiinis kan addan basuu lixa fi bahaa lafa olka’oota;fi lafitti olka’an kunis suuta suuta gadii bu’a gara lafa gadibu’oota ta’n nonnoolee bahaa,lixa fi kiba biyyatidha. Bayyinan biyyatiin kan hundefamitte lafa olka’a fi gareen gurguddoota,isaanis kan ijaraman buqawwan bishaneen fi Bishaneen bayyeewwanidha.Isaan kessa bishan inni guddan bishan Bli’uu Nile,Awash,Baro,omo,Takazee,Wabiishabalee,fi Gannalee.
Qilleensa Baramaa
Qilleensii baraman Itoophiya kun bayyinan kan gutamitte olka’iinsa fi ijo qilleenssa baramaa nannoleen akka ittifufudha :-
-
Lafa qilleenssa qorra :-kunis kessuumaa lafa qorra olka’inisa jiduugaleessa ho’innif qorriinii 10°C fi 16°C jidduudha.Olka’iinissi lafa metira 2500 garba olidha olka’insi lafa .
-
Jidduugalesa qilleensa barama
Jiddugaleessa ho’iini fi qorinni qileensa kan wagga 16°C fi 20°Cjidduu yota’uu fi bayyinni lafa olka’’insa jidduu galessii metira 1,500 hanga 2,500 garbaa olpdha.
-
Gmoojii (qillensa barma ho’aa)
Kunisii qilleensi baraman gamojii ho’aa lafa gadi’ana,fi jidduugaleessa qillenssa hi’aa fi qorran 20°C to 30°C jiddudha.Olka’iinsii gareenii kan ka’uu metira 500 kase hanga 1,500 garbaa olidha.
-
Qillensa bayyee ho’aa(arid climate)
Kunis kan dhuffatuu nannole daseritti lafa gadii’anaa kan metira 500 kan ta’uu garba ol fi jidduugaleesa ho’ini fi qorinni kan wagga 30°C olidha.