Header Header  
| | English
Mana Mana Lammii Lammii Mootummaa Mootummaa Hojiilee Daldalaa Hojiilee Daldalaa Lammii Biyya Alaa Lammii Biyya Alaa Dhabata Miti Mootummaa Dhabata Miti Mootummaa Decrease font Increase font

 Ibsa gababa Mootumma

 

Itoophiyan kan guddatte Heerrii mootuumman itti buluu kan hundeeffame Ripabilikii Dimokiratwa Federala Itoophiya bara 1995 irra kasetudha.Mootumman Federaala kan ittigafatauu ittisa rayya biyyaleesatif,waligala biyya ala fi imammata waligala fedhii tokkumafi bu’aadha.Mootuuman Federal kun nannoole sagan kan walitti qabatauu yota’auu isanis hangoo wa’e sani murtessuu niqaabuu.  Ripabilikii Dimokiratwa Federala Itoophiya mala sarara bikameralii paarlaamaa ,gorsa uummata bakka bu’a kan hango gudda qabuu mootumma Federaala innis gorsan Federaala bakka bu’an kun waligaltee tokkuma saba fi sablammi,biyyaleessa fi mootumma uummata nannooletti.Misensi gorsitoota kun kan filatamuu waliigala tarismoo wagga shanifidha.

Mootumman Federala kan geggefamuu kara heera mootumman ittiin bulu bulicha fi mootumma Federaala kara ministeera mummee kan dhimmi ilalichisuu bakka bu’a gorsa uummatatidha.kanneen hafan mootumman nannoole kan geggefaman ittigafatama kara uummatiin filatameedhan gorsii kan ademsifamuu.seerii heera mootumman ittiin bulu gara garadha.

Ripabilikii Dimokiratwa Federala Itoophiya kan irra ijaarame mootumman murita’udhan jjirenya adda adda,luuga,gosa fi hayyam uummata ilalichisundha.

 (maadii kana:website ministeera dhimma alatirra’i)

 

©Mirga Warabbi Mootumaa Ityoopiyaa 2003
Mirga sericha  |  Itifayaduuma seraa  |  Ditigafatummaa murtesuu | 
Qaqbumisaa  |  Charteerii Maammila