Ripabilikii Dimokiratwa Federaala Itoophiya
Bakka bu’oota uummata mana mare
Bakka bu’ooni mana mare kan dhufe bara Hagayya 21,1995 yeroo filannon haara ministeera waligala ,jalqaba hangoon innii guddan kan mootuumma Federala jalqabudha.
Akka barruu 54/1 kan heera mootumman ittiin bulu Ripabilikii Dimokiratawa Federaala Itoophiya,bakka bu’ota mana mare uummata kan filataman uummata wagga shanif filatamanituu waligalan fi sirichadhan filachudhan,filannoo paarlaamaa walaba kan ta’en fi seera qabeessa kan ta’en waraqa filanootindha.
Nannole shan qofa ala kan ta’an hundinuu, waliigala biyya hundarratuu filannon kan ademsifame camissa 14,200 ademsifamera kan nannoole shani garu hagayya 31,200 ademsifamera.yata’u male filannon kan nannoole torba fi kan nannoole murta’ee kan akka nannoole sagalii lammata irra debi’uudhan rakkina gara gara irra kan ka’een waxabajjii 25 fi onkolelossa 31, 2000 ademsifamera..
Yero filannoo,filattooni Uummata Itoophiya jijirama Dimokiratawa fuldura kan mo’aate tessoo 481 yota’uu ,morimitoon kan biroon immo 46 argachudhan ,dorgomitonni kara dhunifatiin immo 13 teesso paarlamma argataniruu..