Header Header  
| | English
Mana Mana Lammii Lammii Mootummaa Mootummaa Hojiilee Daldalaa Hojiilee Daldalaa Lammii Biyya Alaa Lammii Biyya Alaa Dhabata Miti Mootummaa Dhabata Miti Mootummaa Decrease font Increase font

 Seenaa

 Itoophiyan biyya seenaa mataishee qabiduu kan Afirika kessat Argamtuudha fi biyya umuri dheera qabidudha Aduunya kana kessat.kan amanamuu kara turmatatiin sanyii ilimma nama kan duri kan keessat argamudha,innis kan wagga mili’oona shan tureedha,kan argamess dalolla awashii jedhamuu Itoophiya kessatidha. Kunis foyya’aa ta’uunisa kan argamef "Lucy", umurin lafe kana wagga mili’oona 3.2 kan ta’udha.Lafeen kun amas lamata bara 1974 achummat lamata argamera.

Seenaan Griiki  Herodotus, jarraa shan BC,yemuu ibisuu barreesudhan seenaa Itoophiya kan duri,akkuma macaafa qulqulluu kakuu moofa bareefamettii Queen  Sheban Iyeerusalam dhaqeettii Solomon gaafii cima gafateera ("she proved Solomon with hard questions".).Akkasumas quliqulinan inni durii motiin Minilik caaladhan hangoon Itoophiya(Ethiopian Empire) kun ilmma Qu’een fi solomondha.

©Mirga Warabbi Mootumaa Ityoopiyaa 2003
Mirga sericha  |  Itifayaduuma seraa  |  Ditigafatummaa murtesuu | 
Qaqbumisaa  |  Charteerii Maammila