Header Header  
| | English
Mana Mana Lammii Lammii Mootummaa Mootummaa Hojiilee Daldalaa Hojiilee Daldalaa Lammii Biyya Alaa Lammii Biyya Alaa Dhabata Miti Mootummaa Dhabata Miti Mootummaa Decrease font Increase font

 Bu’ura misooma

 Dandii basuu

Kan akka biyya gurguddoo UK guddin ishee alshan,yata’uu malee Babura networkii osohin qabatiin ,kan akka Itoophiya gejjiiba dandii qofan fayyadamun bayye barbachisadha. Woggoota turban darbanif bayyinan gargassa biyya ala mangada basuuf dhaf Itoophiyan argatteettii .mootuuman basii ciima basa jiritii wagga waggadhan dandii basudhaf budjeetiin wagga arka afur kessa inni tokko bajeeta mangada basuuf ramadamudha.mootuuman mallaattoo abbumma gara bili’oona $4,dandii haresuu fi suphuu barroota dhufanif waggota kudhan saganta sekteera dandii bal’isutidha.

Kunis kan mul’suu mootuuman kan xinxaluu ykn kan hubatu dandiin guddina biyyaa irra darbe adunyadhaf  bayyee barbachissa ta’uu isa  fi bu’a gudda biyyaf akka fiduu danda’uu niamana. sagantan sekteera dandii bal’isutidha kan jalqabe bara 1997 fi kan karoo wagga shanii yerosanati, yadiinni kun kan argamisisuu,debisani dhabuu/ijaruu fi haressuu ijoo dandii,walqunamisuu mangada nanoolee mootuumoota wajjiin. Mootuuman kan ijaaruu  kilometira 3,833 asfalitti,1,390 km dhagadhan qofa fi 5,399 km immoo ashawa duwadhan hojjechan kayyefateera;kan sirrit hojjetame xumuramee dandiin asfalitti2,613;fi suphuu cima imoo km 1,575 kan tuure dandii siirresudha.The. Gargassa,kan bahee gatii dhangala,xaxurrat ademssa gargasa suphuu dandii waliin qunamisusudha.

©Mirga Warabbi Mootumaa Ityoopiyaa 2003
Mirga sericha  |  Itifayaduuma seraa  |  Ditigafatummaa murtesuu | 
Qaqbumisaa  |  Charteerii Maammila