Header Header  
| | English
Mana Mana Lammii Lammii Mootummaa Mootummaa Hojiilee Daldalaa Hojiilee Daldalaa Lammii Biyya Alaa Lammii Biyya Alaa Dhabata Miti Mootummaa Dhabata Miti Mootummaa Decrease font Increase font

 Imaammata fi Mala Dhaabbata

  Imaammata dinagidde haara,seerrii Mootumma kan ba’e guddina dinagidde dheera kan akka Qonni-Industrii caalutti(QIC)innis kan lafe dugidda ta’e jijirama biyya fiduu danda’uu mala dinagidde guddisudha.Innis mala dheera lama ofkeessa qaba ,Xumrudhan kara sekteera alatiin (angafatoota warra ta’an biyya alattii ergudhan) fi kara birattin sekteera kessatin kan guddin a agarsisan fi waliqunamitti lafe dugidda kan ta’e kan akka boqqollo fi Industritidha.kara qunnamitti,  

1.     Qonnii dhiyeessuu shaqaxa kan biyya alatti ergaman ,guddina nyaata fi bu’a industrii biyya alatti ergamindha; fi

2.     Gaba babal’isuu kan omisha biyya keessaf.Sekteerri albudas akkasuma kan eegamuu dabalata guddina sekteera biyya alatti ergamudha.

Mallii Guddina biyya kan gargaramuu qabuu kara saganta riforimmi Dinagidde guddisudhan waligaltte Bankii biyyaleessa wajjin fi Garggassa Qarshii addunyalessaykan IMF fi caasaa seera qabeessa ta’een bara 1992 irra kaasee sirateera.

Ijoon kun argamisisee kan hijjeetamee saganta riformii ,kessuuma libiralizashinitin ,xiqina infileshinitin,akkata qarishi itti qaban sirressu fi hirina liqi bootuumma xiqachuu ,bu;ura misooma amayyessuu fi guddin a sekteera dhunffa tidha.

Mootuman saganta warra abbaqabenya bara 1995/96 irra kasee kaka’umissi godhamefira.dhibba sadiif torbatamishan kan ta’anif mootumman dhunfadhaf 1995/96 isan ala dura immoo 201 kan ta’uu gurgurudhan  fi blili’oona 33 argachun isa nibekama.warreen afan 156 dhaabbata daldaloon immoo kan dhunfa jala jiran ademisa  garii fi kan investeroota biyya ala galchuura jiru..

©Mirga Warabbi Mootumaa Ityoopiyaa 2003
Mirga sericha  |  Itifayaduuma seraa  |  Ditigafatummaa murtesuu | 
Qaqbumisaa  |  Charteerii Maammila