Bal’iin lafa Itoophiya yemuu tilimamamuu gara mili’oona 1.1 sk.km fi namootin yero amma kana irra jiratan tilimaman mili’ona 80,isan keessa persenttin 84 kan jiratan magaladha.Itoophiyan Federaala dimokiratwa Ripabilikii kun nannole sagal(9) kan biyyaleessa bulichinsa nannole yoqabattuu: isaanis Tigirii, Affar, Amhaara, Oromiiyyaa, Somali, Benishangul-Gumuzi,, Jiratoota saba fi sablamii kiba fi Gambeella fi Hararii fi mootumma bulichinsa mata ishee kan qabiddu ,magala Finfinne fi magala Dirredawa tidha.,Mootuma nannole kan biyyaleesa fi akkasumas malawan laamaan kan bulichinsa mata isaani qaban dhumaratii iddo saddetitti nihiramuu waradoota fi gara 15,000 ganda(5,000 magala fi 10,000 badiyya jedhamudhan)
Mootumma nannole Itoophiya
-
Tigray
-
Afar
-
Amhara
-
Oromia
-
Somali
-
Benishangul - Gumuz
-
Jiratoota kiba
-
Harari
Magaloota bulichinsa mataisanii qaban