Portali kana kessatti odeeffannoo mootumma , ragaleewwan,bifoota fi tajaajiloota gosa adda adda ni’argattuu.akkasumas walittidhufenya mootumma fi sablammii kan biyya biraa wajjiin isiin dandeesisaa.
Akkasumas kutaalee armaan gadittii ofkeessati qabateeraa. Isaanis:-
Tajaajiloota:- kuta kana keessat karaa mootummatin kan kennamuu tajaajila kan dhayachuu qaban haala fi ragalee ni argattuu.
Wa’ee mootumma:- Kuta kana keessatti ragalee filatamaan niargattuu.
Wa’ee Itoophiyaa:- Kuta kana keessatti wa’ee Itoophiyaa odeeffannoo filatamaan niargattuu.
Bifaawwan:- Kuta kana keessatti bifaawwan filatamaan niargattuu dawoonlodii kan gadhamuu bifaoota gara gara.
Ragalee:- Kuta kana keessatti ragalee filatamaan niargattuu.
Oduu jijiramman:- Kuta kana keessatti oduu ammaayaa gurguddoo filatamaan niargattuu.
Portali kan mootummoota:- Websitii Portalii mootummoota karaa websitii jalqabaa gara mirgattin ni argatuu.
Odeeffannoo filataaman ragaleewwan fi bifawwan fayyadamittootaaf kan dhiyaatee fuula targeetii fayyadamittotarratidha.
Hirmannaa fi waliqunamitti tartibaa: kunis fuula hirmaanna fuula ePartisipashin ,innis kan qabatee tokkumma fi walittidhufenya gara fuldurtii portalitti fayyaadamudhaf.
-Kuta lammileewwanii fuula jiduugaleessa kan qabatee tajaajila kennamuu karaa garee mootumma mataduredhan.
-Mootumma,daladala,warra biyya ala fi dhaabbata miti –mootumma-kan fayyaduu tajaajila filataman namoota muta’aniff..
-Kutan Portalin Mootumman karaa mirgatiin argamaa websitii fi portalii mootummarattii.
-Barbachii filataman mataduree fuula irrattii akkaa barbadduu isiin nitasisaa qabiyyee kamiyuu.