Back

Gati gurgura konikolata

Ulageen tajaajila kana

  • Waligaltee barrefaman ta'e gurigra fi bitta
  • Yoo bakka bu'ee naman,hangoo ittigafatuma niqaba
  • Waraqa enyuma
  • Ittigafatamumma hojii vikili

Taritiba tajaajila argachuu

  1. 1.bitta fi bifa barbachisa gutu
  2. 2.Bifa sana biro fidudhan abba dhimma wajjiin dubachudhan dabarisuu    
  3. 3.Muritte humuu raga ittigafatamumma.    
  4. 4.Bitta fi ashuuri qarshi 5 fayyadamuu
  5. 5.Qrshii barbachisuu kanfaluu
  6. 6.waraqa kanfaluu isa agarisisu arkkat qabachuu.
  7. 7.Charjii  guriguruu isa agrisisuu qabachuu.